Mi'eessituu kun garuu dhandhama gaarii qabaachuun olitti bu'aa fayyaas ni qaba jedhu oggeessonni. Sanyiin mi'eessituu qurunfudii jedhamuun beekamu kunis maqaa saayinsii 'Syzygium aromaticum ...
Warri uffata hoddhan meeshaalee bareedinaas ni uumuu, garuu adeemsi kana hojjechuu mataan isaa hiikaa aadaa gadi fagoo qaba. Hodhaan namootaa fi biyya waliin walitti nama hidhu, nagaa sammuu namaa ...