Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp godaantota gama Meeksikoon Ameerikaatti ce'an kan inni "weerara" jedhee waamu ittisuuf carraaqqii bal'aa taasifamu keessatti dhabbileen US godaantotni ...
Finfinnee, Amajjii 13, 2025 – Naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaala Mooyyalee ganda Shawaa Barriitti daa’imni ganna 14 “miseensota poolisiin” ajjeefamuun jiraattota biratti dheekkamsa kaase.
Gatiin haaraa zayita boba'aa xiyyaaraa birria 109.56 ta'eera. Kiroosiiniifi naafxaan adii ammoo birria saddeetiin dabaluun liitira tokkotti birrii 98.29 akka ta'u gatiin yeroo darbe ji'a ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results